H awaasni
Oromo Rogaland-kibba ayyaana wagga haara bara 2006
laase walin kabaja ture.
Baranasi wallisitotni beekamoon obbo Abbaba Abbashu fi
obbo Tottoba Taddasa nu bashannansisa bulu.
Guyyaan: 31.12.2010
Iddoo: Bekkefaret bydels hus
Saganta: 18:00 - 19:30 - irbaata galgalaa
20:00 - 24;00 bashannan (galma: kr. 150 nyaata dabalatee)
Kootta wagga dullome gaggessine, kan haara walin simanna!
|