Gilgaala manaa 08 Gilgaala manaa 07 Barreffanno gababoo
Qubee haa barruu Qubee.org Afaan Oromo (Article) Afaan Oromo online
Kitaabota CD/DVD/VCD
Yaada kennaa
Hawaasni Oromoo Rogaland-kibba caamsa 10 irraa eegalee barnoota Afaan Oromoo barsiisu irra jira.
Barnoota kana kan laatamu
Bakka: Johannes Læringssenter, Stavanger
Guyyaan: sanbata guddaa
Sa'atii: 14:00 - 16:00
Kootta afaan keenya waliin haa barannu!
Quunnamti: Oromorogaland@oromian.net
Home Year Plan Projects Oromia Links Contact us